25 Abishaalom bakka Yoʼaab,+ Amaasaa+ ajajaa raayyaa waraanaa godhee muude; Amaasaan ilma Yitraa isa nama Israaʼel taʼee fi Abigaayil+ ishii intala Nahaash taate sanaa ture; Abigaayil obboleettii Zeruuyaa yeroo taatu, Zeruuyaan immoo haadha Yoʼaab turte.