Luqaas 17:15, 16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Isaan keessaa inni tokko fayyuu isaa yommuu argu, sagalee guddaadhaan Waaqayyoon galateeffachaa deebiʼe. 16 Miila Yesuusitti kufees isa galateeffate. Namichi kun nama Samaariyaa+ ture.
15 Isaan keessaa inni tokko fayyuu isaa yommuu argu, sagalee guddaadhaan Waaqayyoon galateeffachaa deebiʼe. 16 Miila Yesuusitti kufees isa galateeffate. Namichi kun nama Samaariyaa+ ture.