Maatewos 10:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Warra dhukkubsatan fayyisaa,+ warra duʼan duʼaa kaasaa, warra dhukkuba nadaayiitiin qabaman fayyisaa, akkasumas jinniiwwan baasaa. Tola waan fudhattaniif, tola kennaa.
8 Warra dhukkubsatan fayyisaa,+ warra duʼan duʼaa kaasaa, warra dhukkuba nadaayiitiin qabaman fayyisaa, akkasumas jinniiwwan baasaa. Tola waan fudhattaniif, tola kennaa.