-
2 Mootota 5:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Yeroo kanatti mootiin Sooriyaa, “Ammuma kaʼii dhaqi! Ani mootii Israaʼeliif xalayaa nan erga” isaan jedhe. Kanaafuu, inni meetii taalaantii* kudhan, warqii sheeqilii 6,000 fi uffata guutuu kudhan qabatee dhaqe.
-