-
Hojii Ergamootaa 5:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Pheexirosis, “Mee natti himi, isin lamaan lafa keessan kanumaan gurgurtanii?” ishiidhaan jedhe. Ishiinis, “Eeyyee, kanumaan gurgurre” jette. 9 Kanaafuu Pheexiros, “Isin lamaan hafuura Yihowaa* qoruuf maaliif walii galtan? Kunoo, namoonni abbaa manaa kee awwaalan balbala dura jiru; isaan siinis baatanii gad baasu” ishiidhaan jedhe.
-