LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Warra dhukkubsatan fayyisaa,+ warra duʼan duʼaa kaasaa, warra dhukkuba nadaayiitiin qabaman fayyisaa, akkasumas jinniiwwan baasaa. Tola waan fudhattaniif, tola kennaa.

  • Luqaas 12:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Achiis, “Of eeggadhaa, namni tokko qabeenya hedduu yoo qabaate illee jireenyi isaa wantoota inni qabu irratti kan hundaaʼe waan hin taaneef+ sassata hundumaa irraa of eegaa”+ isaaniin jedhe.

  • Hojii Ergamootaa 20:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Ani meetii yookiin warqii yookiin uffata nama tokkoo illee hin hawwine.+

  • 1 Ximotewos 6:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Sababiin isaas, jaalalli maallaqaa hundee wantoota miidhaa geessisan hundumaa ti; namoonni tokko tokko jaalala kana utuu hordofanii daandii amantii irraa goraniiru, dhiphina hedduudhaanis of waraananiiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi