2 Mootota 5:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihowaan karaa isaa Sooriyaadhaaf injifannoo* waan kenneef, Naʼamaan inni mootii Sooriyaatiif ajajaa raayyaa waraanaa taʼe, nama beekamaa fi gooftaa isaa biratti kabajamu ture. Inni dhukkuba nadaayiitiin* qabamee kan ture taʼus, loltuu jabaa ture.
5 Yihowaan karaa isaa Sooriyaadhaaf injifannoo* waan kenneef, Naʼamaan inni mootii Sooriyaatiif ajajaa raayyaa waraanaa taʼe, nama beekamaa fi gooftaa isaa biratti kabajamu ture. Inni dhukkuba nadaayiitiin* qabamee kan ture taʼus, loltuu jabaa ture.