-
Uumama 37:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Innis deebisee, “Obboloota koo barbaadaan jira. Maaloo natti himi, eessatti bushaayee tiksaa jiru?” isaan jedhe. 17 Namichis itti fufuudhaan, “Asii deemaniiru; yommuu isaan, ‘Gara Dootaan haa dhaqnu’ waliin jedhan dhagaʼeera” jedhe. Kanaafuu, Yoseef obboloota isaa duukaa buʼee Dootaanitti isaan argate.
-