-
Uumama 19:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Kanaafuu, namoonni mana keessa turan sun harka isaanii hiixatanii Looxiin gara keessaatti ofitti fudhatan; achiis balbalicha ni cufan. 11 Namoota balbala manichaa dura turanis isa xinnaadhaa hamma isa guddaatti ni jaamsan; kanaan kan kaʼes, isaan balbala sana argachuuf akkanumaan of dadhabsan.
-