-
Iyyaasuu 8:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Akkana jedhees isaan ajaje: “Magaalattii duubaan riphaa eeggadhaa. Magaalattii irraa fagaattanii hin deeminaa; hundi keessanis qophaaʼoo taʼaa.
-
-
Abbootii Murtii 20:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Achiis Israaʼelonni naannoo Gibeʼaa hundumaatti namoota riphanii eegan ni qopheessan.+
-
-
Abbootii Murtii 20:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Namoonni riphanii eeggachaa turan sunis dafanii Gibeʼaatti baʼan. Achiis faffacaʼanii guutummaa magaalattii goraadeedhaan ni rukutan.
-