-
1 Mootota 17:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Yeroo kanatti dubartittiin Eeliyaasiin, “Amma ati dhugumaan nama Waaqayyoo+ taʼuu kee fi dubbiin Yihowaa inni ati dubbattes dhugaa taʼuu isaa beekeera” jette.
-