1 Mootota 11:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Daawit tajaajilaan koo Yerusaalem magaalaa maqaan koo akka ittiin waamamuuf ani ofii kootiif filadhe keessaa na duratti yeroo hunda ibsaa* akka qabaatuuf,+ ilma isaatiif gosa tokko nan kenna. Faarfannaa 132:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Achitti jabinni* Daawit akka guddatu nan godha. Isan dibe sanaafis ibsaa qopheesseera.+
36 Daawit tajaajilaan koo Yerusaalem magaalaa maqaan koo akka ittiin waamamuuf ani ofii kootiif filadhe keessaa na duratti yeroo hunda ibsaa* akka qabaatuuf,+ ilma isaatiif gosa tokko nan kenna.