-
1 Mootota 16:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Boodas loltoonni magaalattiitti marsanii jiran sun, “Zimriin mooticha irratti mariʼatee isa ajjeeseera” jedhamuu isaa ni dhagaʼan. Kanaafuu, guutummaan Israaʼel guyyuma sana buufata sana keessatti Omrii+ isa ajajaa raayyaa waraanaa ture Israaʼel irratti mootii godhan.
-
-
1 Mootota 16:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Aasaan mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 31ffaa isaatti, Omriin Israaʼel irratti mootii taʼe; inni waggaa 12f ni bulche. Tirzaa keessa taaʼees waggaa jaʼaaf ni bulche.
-