-
Baʼuu 32:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Achiis Museen karra buufatichaa duratti iddoo isaa qabatee, “Yihowaa cinaa kan dhaabbatu eenyu? Gara koo haa dhufu!”+ jedhe. Leewwonni hundis naannoo isaatti walitti ni qabaman.
-
-
Faarfannaa 94:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Eenyutu hamoota irratti naaf kaʼa?
Eenyutu warra balleessaa raawwatan falmuudhaan naaf dhaabbata?
-