Leewwota 26:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Iddoowwan waaqeffannaa keessan warra ol kaʼoo nan balleessa;+ iddoowwan aarsaa ixaanaa keessan nan jijjigsa; reeffa keessan, reeffa waaqolii tolfamoo keessan warra balfamoo* taʼanii irratti nan tuula;+ isin jibbees isin irraa nan garagala.+ Keessa Deebii 7:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 “Kanaa mannaa, wanti isaan irratti gochuu qabdan kana dha: Iddoowwan aarsaa isaanii diigaa, siidaawwan waaqeffannaa isaanii caccabsaa,+ utubaawwan waaqeffannaa* isaanii kukkutaa,+ fakkiiwwan isaanii warra bocamanis gubaa.+
30 Iddoowwan waaqeffannaa keessan warra ol kaʼoo nan balleessa;+ iddoowwan aarsaa ixaanaa keessan nan jijjigsa; reeffa keessan, reeffa waaqolii tolfamoo keessan warra balfamoo* taʼanii irratti nan tuula;+ isin jibbees isin irraa nan garagala.+
5 “Kanaa mannaa, wanti isaan irratti gochuu qabdan kana dha: Iddoowwan aarsaa isaanii diigaa, siidaawwan waaqeffannaa isaanii caccabsaa,+ utubaawwan waaqeffannaa* isaanii kukkutaa,+ fakkiiwwan isaanii warra bocamanis gubaa.+