LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 1:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yeroo kanatti Daawit uffata isaa ni tarsaase; namoonni isaa wajjin turan hundis akkuma kana godhan. 12 Saaʼol, ilmi isaa Yonaataan, sabni Yihowaa fi manni Israaʼel+ goraadeedhaan waan kufaniif, Daawitii fi namoonni isaa wajjin turan isaaniif ni wawwaatan, ni booʼan, hamma galgalaattis ni sooman.+

  • Iyyoob 1:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Akkuma tasaas bubbeen cimaan tokko lafa onaatii dhufee golee manichaa arfan rukute; manichis ijoollee kee irratti jigee isaan ajjeese. Kan miliqe ana qofa dha; kunoo, amma sitti himuuf dhufeera.”

      20 Yeroo kanatti Iyyoob kaʼee uffata isaa tarsaase; mataa isaas ni haaddate; achiis lafatti gombifamee sagadee

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi