2 Seenaa Baraa 24:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Ilmaan Ataaliyaa+ dubartii hamtuu sanaa, mana Waaqa dhugaa cabsanii seenuudhaan,+ wantoota qulqulluu mana Yihowaa keessa jiran hundumaa waaqeffannaa Baʼaaliif akka itti fayyadaman beekta.”
7 Ilmaan Ataaliyaa+ dubartii hamtuu sanaa, mana Waaqa dhugaa cabsanii seenuudhaan,+ wantoota qulqulluu mana Yihowaa keessa jiran hundumaa waaqeffannaa Baʼaaliif akka itti fayyadaman beekta.”