LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 24:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Achiis ajaja mootichaatiin saanduqni+ tokko tolfamee karaa alaa karra mana Yihowaa bira kaaʼame.+

  • Maarqos 12:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Yesuus fuullee saanduqawwan buusii+ taaʼee, yommuu namoonni saanduqawwan buusii sana keessa maallaqa buusan ilaaluu jalqabe; namoonni sooreyyii taʼan hedduun saantima baayʼee keessa buusu turan.+

  • Luqaas 21:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yesuus ol jedhee yommuu ilaalu, namoonni sooreyyiin kennaa isaanii saanduqawwan buusii keessa utuu buusanii arge.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi