-
2 Seenaa Baraa 24:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Leewwonni maallaqni hedduun saanduqicha keessa jiraachuu isaa yommuu argan hundatti, saanduqichi mootichatti akka kennamuuf ni fidu turan; achiis barreessaan mootichaa fi bakka buʼaan dura buʼaa lubootaa dhufanii saanduqicha keessaa erga garagalchanii+ booda, saanduqicha iddoo isaatti deebisu turan. Isaan guyyaa guyyaadhaan akkana godhu turan; maallaqa hedduus walitti ni qaban.
-