2 Mootota 10:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Haa taʼu malee, Yehuun jabbilee warqii warra Beetelii fi warra Daan keessa turanii+ wajjin haala wal qabateen cubbuu Yeroboʼaam ilmi Nebaat Israaʼelonni akka hojjetan godhe irraa hin deebine.
29 Haa taʼu malee, Yehuun jabbilee warqii warra Beetelii fi warra Daan keessa turanii+ wajjin haala wal qabateen cubbuu Yeroboʼaam ilmi Nebaat Israaʼelonni akka hojjetan godhe irraa hin deebine.