2 Mootota 14:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Achiis Amaaziyaan Yoʼaas ilma Yehoʼahaaz ilma Yehuu isa mootii Israaʼel taʼetti namoota ergee, “Kottu, wal haa lollu”* isaan jedhe.+ 2 Mootota 14:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yoʼaas mootiin Israaʼelis Beet Sheemeshitti Amaaziyaa mootii Yihudaa ilma Yoʼaas ilma Akaaziyaa ni qabate. Achiis isaan gara Yerusaalem ni dhufan; innis Karra Efreem+ irraa jalqabee hamma Karra Goleetti+ dallaa Yerusaalem dhundhuma 400* ni diige.
8 Achiis Amaaziyaan Yoʼaas ilma Yehoʼahaaz ilma Yehuu isa mootii Israaʼel taʼetti namoota ergee, “Kottu, wal haa lollu”* isaan jedhe.+
13 Yoʼaas mootiin Israaʼelis Beet Sheemeshitti Amaaziyaa mootii Yihudaa ilma Yoʼaas ilma Akaaziyaa ni qabate. Achiis isaan gara Yerusaalem ni dhufan; innis Karra Efreem+ irraa jalqabee hamma Karra Goleetti+ dallaa Yerusaalem dhundhuma 400* ni diige.