-
2 Mootota 10:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Achiis Yehuun abbootii isaa wajjin ni boqote; isaanis Samaariyaa keessatti isa awwaalan; ilmi isaa Yehoʼahaazis+ bakka isaa mootii taʼe.
-
-
2 Mootota 13:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Achiis Yehoʼahaaz abbootii isaa wajjin ni boqote; isaanis Samaariyaatti isa awwaalan;+ ilmi isaa Yoʼaasis bakka isaa mootii taʼe.
-