2 Mootota 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Akkuma Yihowaan karaa Eeliyaas dubbatettis inni ni duʼe; inni ilma waan hin qabneef Yooraam*+ bakka isaa mootii taʼe; kunis kan taʼe, Yooraam+ ilmi Yoshaafaax mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa lammaffaa isaatti ture.
17 Akkuma Yihowaan karaa Eeliyaas dubbatettis inni ni duʼe; inni ilma waan hin qabneef Yooraam*+ bakka isaa mootii taʼe; kunis kan taʼe, Yooraam+ ilmi Yoshaafaax mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa lammaffaa isaatti ture.