2 Seenaa Baraa 26:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Achiis namoonni Yihudaa hundi Ooziyaa+ isa umuriin isaa waggaa 16 taʼe fuudhanii bakka abbaa isaa Amaaziyaa mootii isa godhan.+
26 Achiis namoonni Yihudaa hundi Ooziyaa+ isa umuriin isaa waggaa 16 taʼe fuudhanii bakka abbaa isaa Amaaziyaa mootii isa godhan.+