LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 23:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Yehoyaaqiim meetii fi warqii sana Faraʼooniif ni kenne; meetii Faraʼoon isa gaafate sana kennuuf garuu sabicha irraa qaraxa sassaabuu qaba ture. Innis meetii fi warqii sana Faraʼoon Nekoodhaaf kennuuf tokkoon tokkoon namoota biyyattii hamma isaanitti tilmaamame akka kaffalan godhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi