LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 16:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu Akaaz, “Ani tajaajilaa kee fi ilma kee ti. Kottuutii harka mootii Sooriyaa fi harka mootii Israaʼel warra na haleelaa jiran jalaa na oolchi” jedhee gara mootii Asoor Tiglaat Pileseeritti+ namoota erge.

  • 1 Seenaa Baraa 5:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 akkasumas ilma Baʼaal Beʼeraa isa Tilgaat Pilneseer+ mootiin Asoor boojiʼee fudhate sana turan; inni ajajaa Ruubenotaa ture.

  • 1 Seenaa Baraa 5:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Kanaan kan kaʼes, Waaqni Israaʼel hafuura Puul mootii Asoor (jechuunis, Tilgaat Pilneseer+ mootii Asoor) ni kakaase;+ kanaafuu inni Ruubenota, Gaadotaa fi walakkaa gosa Minaasee boojuudhaan fudhatee gara Haalaa, Haaboor, Haaraa fi laga Goozaanitti+ geesse; isaanis hamma harʼaatti achi jiru.

  • 2 Seenaa Baraa 28:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yihowaan Akaaz Mootii Israaʼeliin kan kaʼe Yihudaa ni salphise; inni Yihudaan gadhiisii akka taatu gochuudhaan, gantummaa guddaan Yihowaa irratti akka raawwatamu godhe.

      20 Dhuma irrattis Tiglaat Pilneseer+ mootiin Asoor isa jajjabeessuu mannaa isatti duulee isa ni dhiphise.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi