1 Mootota 15:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Benhadaadis Aasaa Mooticha dhagaʼee magaalota Israaʼeliin akka waraananiif ajajjoota raayyawwan waraanaa isaa ni erge; isaanis Iyooniin,+ Daaniin,+ Abeel Beet Maʼaakaa, guutummaa Kinereetii fi guutummaa biyya Niftaalem ni rukutan.
20 Benhadaadis Aasaa Mooticha dhagaʼee magaalota Israaʼeliin akka waraananiif ajajjoota raayyawwan waraanaa isaa ni erge; isaanis Iyooniin,+ Daaniin,+ Abeel Beet Maʼaakaa, guutummaa Kinereetii fi guutummaa biyya Niftaalem ni rukutan.