Hoseʼaa 13:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Samaariyaan Waaqa ishii irratti waan fincilteef,+ yakka ishiitiif itti gaafatamti.+ Isaan goraadeedhaan ni kufu,+Ijoolleen isaanii ni caccabsamu,Dubartoonni isaanii warri ulfaas garaan isaanii ni tarsaafama.”
16 Samaariyaan Waaqa ishii irratti waan fincilteef,+ yakka ishiitiif itti gaafatamti.+ Isaan goraadeedhaan ni kufu,+Ijoolleen isaanii ni caccabsamu,Dubartoonni isaanii warri ulfaas garaan isaanii ni tarsaafama.”