34 Isaan hamma harʼaatti waaqeffannaa isaanii isa duraa hordofu. Isaan keessaa tokko illee Yihowaa hin waaqeffanne; isaan keessaa tokko illee dambiiwwan isaa, murtiiwwan isaa, Seerichaa fi ajaja Yihowaan ilmaan Yaaqoob isa maqaa isaa Israaʼel jedhee jijjiire+ sanaaf kenne hin hordofne.