-
Isaayyaas 37:28, 29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Ani garuu ati yoom akka teessu, yoom akka gad baatuu fi yoom akka ol seentu,+
Akkasumas yoom akka anatti dheekkamte akka gaariitti nan beeka;+
29 Sababiin isaas, natti dheekkamuun kee+ fi iyyi kee gurra koo gaʼeera.+
Kanaafuu, funyaan keetti hookkoo koo, afaan keettis luugama+ koo nan galcha;
Karaa irra dhufteenis akka deebitu nan godha.”
-