Isaayyaas 38:21, 22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Achiis Isaayyaas, “Bixxillee harbuu gogaa tokko fidaatii akka inni fayyuuf dhiitoo sana irra kaaʼaa” jedhe.+ 22 Hisqiyaas, “Ani gara mana Yihowaatti akkan ol baʼu mallattoon argisiisu maali dha?” jedhee gaafatee ture.+
21 Achiis Isaayyaas, “Bixxillee harbuu gogaa tokko fidaatii akka inni fayyuuf dhiitoo sana irra kaaʼaa” jedhe.+ 22 Hisqiyaas, “Ani gara mana Yihowaatti akkan ol baʼu mallattoon argisiisu maali dha?” jedhee gaafatee ture.+