-
Ermiyaas 19:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Akkana jedhi: ‘Isin mootonni Yihudaa fi jiraattonni Yerusaalem, dubbii Yihowaa dhagaʼaa. Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha:
“‘“Ani iddoo kana irratti badiisa nan fida; kunis dhaqna nama waaʼee isaa dhagaʼu kam iyyuu surur godha.
-