3 Iddoowwan ol kaʼoo abbaan isaa Hisqiyaas balleesse deebisee ni ijaare;+ akkasumas akkuma Ahaab mootiin Israaʼel godhe,+ Baʼaaliif iddoowwan aarsaa ni dhaabe; utubaa waaqeffannaas ni hojjete.+ Guutummaa raayyaa samiitiif ni sagade; isaaniinis ni tajaajile.+