LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 2:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Achiis ilmaan raajotaa* Beetel keessa turan gara Eelsaaʼi dhufanii, “Harʼa Yihowaan gooftaa kee isa mataa kee taʼe si irraa akka fudhatu beekteettaa?”+ isaan jedhan. Innis, “Eeyyee beekeera. Isin calluma jedhaa” isaaniin jedhe.

  • 2 Mootota 2:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Achiis ilmaan raajotaa Yerikoo keessa turan gara Eelsaaʼitti dhihaatanii, “Harʼa Yihowaan gooftaa kee isa mataa kee taʼe si irraa akka fudhatu beekteettaa?” isaan jedhan. Innis, “Eeyyee beekeera. Isin calluma jedhaa” isaaniin jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi