-
1 Mootota 17:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Yeroo kanatti ishiin, “Waaqa kee Yihowaa isa jiraataa taʼeen nan kakadha, ani daakuu hammaarraa* tokko isa hubboo guddaa keessa jiruu fi zayitii xinnoo hubboo xinnoo keessa jiru malee daabboo hin qabu.+ Amma ani gara manaatti deebiʼee ofii kootii fi ilma kootiif waa qopheessuuf qoraan xinnoo funaannachaan jira. Erga isa nyaannee booda garuu duʼatu nu eeggata” isaan jette.
-