2 Mootota 21:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Minaaseen+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 12 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 55f ni bulche.+ Maqaan haadha isaa Hefziibaa ture. 2 Mootota 21:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Akkasumas, mooraawwan mana Yihowaa lamaan+ keessatti guutummaa raayyaa samiitiif iddoowwan aarsaa ni ijaare.+
21 Minaaseen+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 12 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 55f ni bulche.+ Maqaan haadha isaa Hefziibaa ture.
5 Akkasumas, mooraawwan mana Yihowaa lamaan+ keessatti guutummaa raayyaa samiitiif iddoowwan aarsaa ni ijaare.+