1 Mootota 13:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yeroboʼaam aarsaa aarfamu dhiheessuuf iddoo aarsaa+ bira dhaabbatee utuu jiruu, namni Waaqayyoo+ tokko ajaja Yihowaatiin Yihudaadhaa gara Beetel ni dhufe.
13 Yeroboʼaam aarsaa aarfamu dhiheessuuf iddoo aarsaa+ bira dhaabbatee utuu jiruu, namni Waaqayyoo+ tokko ajaja Yihowaatiin Yihudaadhaa gara Beetel ni dhufe.