2 Mootota 18:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Achiis mootiin Asoor Israaʼelota boojiʼee+ gara Asooritti geessuudhaan, Haalaa fi Haaboor isa laga Goozaan bira jiru keessa, akkasumas magaalota Meedon keessa isaan qubachiise.+ 2 Mootota 21:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Ani safartuu wadaroo Samaariyaa ittiin safareen+ Yerusaalemiin nan safara;+ tumbii* isan mana Ahaab+ ittiin ilaaletti nan fayyadama; akkuma namni tokko saanii golboo haxaaʼee qulqulleessee gad gombisutti Yerusaalemiin haxaaʼee nan qulqulleessa.+
11 Achiis mootiin Asoor Israaʼelota boojiʼee+ gara Asooritti geessuudhaan, Haalaa fi Haaboor isa laga Goozaan bira jiru keessa, akkasumas magaalota Meedon keessa isaan qubachiise.+
13 Ani safartuu wadaroo Samaariyaa ittiin safareen+ Yerusaalemiin nan safara;+ tumbii* isan mana Ahaab+ ittiin ilaaletti nan fayyadama; akkuma namni tokko saanii golboo haxaaʼee qulqulleessee gad gombisutti Yerusaalemiin haxaaʼee nan qulqulleessa.+