LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 3:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Kanaafuu, Eehud utuu mootichi kutaa qabbanaaʼaa baaxii irratti argamu keessa kophaa isaa taaʼee jiruu gara isaa dhaqe. Achiis Eehud, “Waaqayyo biraa ergaa tokko siif fideera” isaan jedhe. Kanaafuu, inni teessoo* isaa irraa ni kaʼe.

  • 1 Mootota 17:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Inni garuu, “Mucaa kee natti kenni” ishiidhaan jedhe. Achiis mucicha harka ishii irraa fudhatee baatee gara kutaa baaxii irraa isa keessa jiraatutti geesse; siree ofii isaa irras isa ciibse.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi