-
Ermiyaas 40:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Achiis Yohaanaan ilmi Qaareʼaa Misphaa keessatti dhoksaatti Gedaaliyaadhaan, “Eenyu illee utuu hin beekin dhaqeen Ishmaaʼel ilma Nataaniyaa rukutee ajjeesa. Inni maaliif si ajjeesa?* Namoonni Yihudaa warri si biratti walitti qabaman maaliif bibittinnaaʼu? Warri Yihudaa irraa hafanis maaliif dhumu?” jedhe.
-