-
Baʼuu 17:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Harki Musee yeroo dadhabettis isaan dhagaa fuudhanii isa jala kaaʼan; innis isa irra ni taaʼe. Achiis Aaronii fi Huur inni tokko garanaan inni tokko immoo garasiin taʼanii harka isaa ol utuban; kanaafuu, harki isaa hamma aduun lixxutti akkuma ol kaafametti ni ture.
-