-
Uumama 10:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Kuush Naamrudiin dhalche. Naamrud lafa irratti nama jabaa isa jalqabaa ture. 9 Inni Yihowaa mormuudhaan adamsituu jabaa taʼe. Jechi, “Inni akkuma Naamrud isa Yihowaa mormuudhaan adamsituu jabaa taʼe sanaa ti” jedhu kan dhufe kana irraa ture.
-