Abbootii Murtii 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yihudaan garuu obboleessa isaa Simiʼoonii wajjin Kanaʼaanota Zefaat keessa jiraatan irratti duulee isaan haleele; biyyattiis guutummaatti ni balleessan.+ Kanaafuu, magaalattii Hoormaa*+ jedhanii moggaasan.
17 Yihudaan garuu obboleessa isaa Simiʼoonii wajjin Kanaʼaanota Zefaat keessa jiraatan irratti duulee isaan haleele; biyyattiis guutummaatti ni balleessan.+ Kanaafuu, magaalattii Hoormaa*+ jedhanii moggaasan.