LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 8:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Saamuʼel yeroo dulloometti, abbootii murtii taʼanii Israaʼelota akka tajaajilaniif ilmaan isaa ni muude. 2 Maqaan ilma isaa isa angafaa Yooʼel, kan isa lammaffaa immoo Abiyaa+ ture; isaan Ber Sheebaatti abbootii murtii taʼanii tajaajilu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi