-
Lakkoofsa 3:5-7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: 6 “Gosa Leewwii+ gara fuulduraatti dhiheessiitii Aaron lubicha dura isaan dhaabbachiisi; isaanis isa ni tajaajilu.+ 7 Isaan tajaajila isaanii isa godoo qulqulluu wajjin wal qabate raawwachuudhaan, itti gaafatamummaa isaa fi guutummaa yaaʼichaatiif qaban dunkaana walgaʼii duratti ni raawwatu.
-