-
1 Seenaa Baraa 7:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Ilmaan Beelaa shanan, Ezboon, Uuzii, Uuziʼel, Yerimootii fi Iirii turan; isaan dura buutota manneen abbootii isaanii fi loltoota jajjaboo turan; akka hidda dhalootaa isaaniitti yommuu galmeeffamanis 22,034 turan.+
-