-
Lakkoofsa 1:41Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
41 gosa Asheer keessaa kan galmeeffaman namoota 41,500 turan.
-
-
Lakkoofsa 26:47Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
47 Maatiiwwan ilmaan Asheer kanneen kana turan; isaan keessaa kan galmeeffaman 53,400 turan.+
-