LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 20:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Namoota Gibeʼaa filatamoo taʼan 700 utuu hin dabalatin, Biiniyaamonni goraadee hidhatan 26,000 guyyaa sanatti magaalota isaanii keessaa walitti ni qabaman.

  • 1 Seenaa Baraa 12:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Namoonni yeroo inni Saaʼol ilma Qiishiin kan kaʼe akka garaa isaatti asii fi achi deemuu hin dandeenyetti+ gara Daawit isa Siqlaag+ keessa turee dhufan kanneen kana turan; isaanis loltoota jajjaboo warra waraana irratti isa gargaaran keessaa tokko turan.+ 2 Isaan iddaa kan qabatan turan; kana malees dhagaa furrisuuf+ yookiin iddaadhaan xiyya darbachuuf harka isaanii mirgaa fi harka isaanii bitaatti+ fayyadamuu dandaʼu turan. Isaan obboloota Saaʼol warra sanyii Biiniyaam+ taʼan turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi