-
1 Saamuʼel 23:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Achiis Daawit bakka sanaa baʼee, Een Gedii+ keessa iddoowwan bira gaʼuuf rakkisoo taʼan keessa taaʼe.
-
-
1 Seenaa Baraa 11:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Yeroo sanatti Daawit dahoo keessa ture; buufanni loltoota Filisxeemotaa tokko immoo Beetaliheem keessa ture.
-