Uumama 49:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 “Gaad+ tuutni weerartootaa isa ni saamu; inni garuu faana dhaʼee isaan haleela.+ Keessa Deebii 33:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Waaʼee Gaad akkana jedhe:+ “Inni daangaawwan Gaad balʼisu eebbifamaa dha.+ Inni akka leencaatti achi ni ciisa,Harka kutuuf, eeyyee, mataa kutuuf qophaaʼaa dha.
20 Waaʼee Gaad akkana jedhe:+ “Inni daangaawwan Gaad balʼisu eebbifamaa dha.+ Inni akka leencaatti achi ni ciisa,Harka kutuuf, eeyyee, mataa kutuuf qophaaʼaa dha.